Buusaa Gonofaan Oromiyaa bara baajatichaatti qabeenya Birrii biiliyoona 10 ol walitti qabuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC)- Buusaa Gonofaan Oromiyaa bara baajatichaatti qabeenya Birrii biiliyoona 10.3 walitti qabuu beeksise.
Hogganaan Buusaa Gonofaa Oromiyaa Obbo Mogas…