Ayarlaandi hariiroo gamheddu Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsuuf murannoo qabaachuu ibsite
Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Ayarlaandi hariiroo Dippiloomaasii waggaa 30ffaa kabajaniiru.
Ministira Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Dooktar Ergoogee…