Dhukkubsataa kalee fakkeessuun hiriyaa isaaniin maallaqa sassaabaa kan turan namoonni 10 to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC)- Dhukkubsataa kalee fakkeessuun hiriyaa isaanii konkolaataa keessa ciibsuun maallaqaa gargaarsaa sassaabaa kan turaan namoonni 10 to’atamaniiru.…