Biiznasii Oomishni Boba’aa hatame Barmeelli 200 to’atame Sifen Megersa Nov 7, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC) – Naannoo Afaaritti Oomishni Boba’aa hatame Barmeelli 200 qaamolee hanna raawwachaa turan waliin to’atame. Naannoo Afaar Magaalaa Loogiyaatti…
Oduu biyya keessaa Carraa argametti fayyadamuun tumsaan yoo hojjenne egeree ijoollee keenyaa miidhagsina- Dooktar Abiy… Ayana Dheressa Nov 7, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC)- Carraa argametti fayyadamuun tumsaan yoo hojjenne egeree ijoollee keenyaa miidhagsina jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Yaadamni magaalomsuu gochaan dabaalamuu eegale cimee itti fufa- BKO Tsehay Guluma Nov 7, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC)- Yaadamni magaalomsuu gochaan dabaalamuu eegale cimee itti fufa jedhe Biiroon Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa. Biirichi Yaadama…
Oduu biyya keessaa Hojiin misooma kooriidarii Goondaritti eegalame magaalattiin lammata dhalachuuf ciniinsuurra… Ayana Dheressa Nov 7, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojiin misooma kooriidarii magaalaa Goondar Azazoo hanga Piyaassaatti eegalame magaalattiin lammata…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad masaraa Mootummaa Faasil haaromfamaa ture eebbisiisan Ayana Dheressa Nov 7, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon masaraa Mootummaa Faasil haaromfamaa ture eebbisiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Hojiin Hidha Laga Magac jallisuu milkiin xumurame – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Nov 7, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC) – Piroojektii Misooma Jallisii Magaciin hojiin Hidha Laga jallisuu milkiin xumurame jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Daawwannaa…
Ispoortii Kaadhimantoonni filatamoon waggichaa FIFA ifooman Sifen Megersa Nov 7, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2018 (FMC) - Kaadhimamtoonni filatamoon bara 2025 FIFA dameewwan adda addaan ifoomaniiru. Damee leenjistootaan Luwiis Eniriikee, Arnee Siloot, Mikaa'el…
Fayyaa Oomisha Oksiijinii tajaajila yaalaa saffisiise … Sifen Megersa Nov 7, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2018 (FMC) - Hanqina Oksiijinii yaala fayyaa furuuf hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Fayyaa. Hoji raawwachisaan Kominikeeshinii Fayyaa Ministeerichaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Mootummaa leenjii hoggansaarra jiran hojiilee misoomaa daawwatan Sifen Megersa Nov 7, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC) – Hoggantoonni Mootummaa sadarkaa Federaalaafi Naannoo leenjii hoggansaarra jiran Godina Shawaa Bahaatti hojiilee misoomaa daawwatan. Kilaastera…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa guddummaa Itiyoophiyaa maadalu ijaaramaa jira- Letenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaa Tsehay Guluma Nov 6, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2018 (FMC)- Humni Qilleensaa guddummaa Itiyoophiyaa maadalu ijaaramaa jira jedhan Ajaja Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Letenaal Jeneraal Yilmaa…