Ispoortii Faasiil 0 – 1 Hadiyyaa Hoosaa’inaa Sifen Megersa Feb 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) – Tapha qixxeessituu Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa har’a taphatameen Hadiyyaa Hoosaa’inaan Faasiil injifateera. Hadiyyaan galchii 1 fi 0’n Faasiil…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xurunaan Hoggantoota Mana Maree Amantaa Kiristaana Amantoota Wangeelaa waliin… Tsehay Guluma Feb 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen xurunaan Hoggantoota Mana Maree Amantaa Kiristaana Amantoota Wangeelaa Itiyoophiyaa haaraa filataman…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannichaa yaa’ii idilee gaggeessaa ture xumure Sifen Megersa Feb 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) – Manni Maree Naannoo Afaar Yaa’ii Idilee 9ffaa gaggeessaa ture murtoowwan garaagaraa dabarsuun xumureera. Muudama abbootii seeraa dhiyaate qorachuun…
Oduu biyya keessaa Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa guutummaatti karaa oonlaayinii kennama –… Sifen Megersa Feb 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) – Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa guutummaatti karaa oonlaayinii kennuuf qophiin taasifamaa jira jedhe Ministeerri Barnootaa. Ministirri…
Fayyaa Uwwisa tajaajila Fayyaa guddisuuf gahee damee dhuunfaa… Sifen Megersa Feb 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) – Bulchiisa magaalaa Shaggaritti kenna tajaajila fayyaa waliingahuuf hirmaannaa abbootii qabeenyaa guddisuuf hojjetamaa jira jedhe Waajjirri Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Balaa Tiraafikaa dogoggora konkolaachisaan mudatan ittisuuf… Tsehay Guluma Feb 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) –Balaa Tiraafikaa sababa dogoggora konkolaachistootaan mudatan ittisuuf hojjetamu qaba jedhe Eejensiin Geejjiba Oromiyaa. Magaalaa Asallaatti torbeen…
Biiznasii Baankichi baatiiwwan jahan darbanitti karaa diijitaalaan Birrii tiriiliyoona 1 daddabarse Ayana Dheressa Feb 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) – Baankiin Awaash baatiiwwan jahan darbanitti karaa diijitaalaan Birrii tiriiliyoona 1 daddabarseera jedhan Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Baankichaa obbo…
Oduu biyya keessaa Fooyyeessii diinagdee gooroo guddina Itiyoophiyaaf murteessaa ta’e… Tsehay Guluma Feb 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2018(FMC) - Guddina diinagdee Itiyoophiyaa itti fufsiisuuf gaheen fooyyeessii dinagdee gooroo olaanaadha jedhan Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob…
Teeknooloojii Hojiilee qorannoo fi qo’annoo bu’aa qabeessa oomishaa fi oomishtummaa guddisan Yuunivarsiitii Dambi… Sifen Megersa Feb 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Dambi Doolloo hojiilee qorannoo fi qo’annoo bu’aa qabeessa oomishaa fi oomishtummaa guddisan gaggeessuun hawaasa biraan gahaan jira…
Idil Addunyaa IGAD murtoo Sudaan hirmaannaa guutuu dhaabbaticha keessatti taasisuuf dabarsite fudhate Ayana Dheressa Feb 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) – Dhaabbanni Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa( IGAD) murtoo Sudaan hirmaannaa guutuu dhaabbaticha keessatti taasisuuf dabarsite gammachuudhaanan…