Ispoortii Jilli Garee Kubbaa Miilaa Kiitaaraa Finfinnee gale Sifen Megersa Jul 11, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Jilli Garee Kubbaa Miilaa Ugaandaa Kilaba Kiitaaraa Finfinnee galeera. Jilichi waayita Buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahu Walitti qabaa…
Oduu biyya keessaa Faanaa Biroodkaasting Korporeet miseensa buufata Teeleeviizyiinii walitti hidhamiinsa Idil Addunyaa… Sifen Megersa Jul 11, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Faanaa Biroodkaasting Korporeet miseensa buufata Teeleeviizyiinii Neetwoorkii Miidiyaa Idil Adunyaa BRICS ta’ee hojjechuuf kan isa dandeessisu…
Idil Addunyaa Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Kaabinee isaanii diigan Tsehay Guluma Jul 11, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Mormii Ummataa mudate hordofee Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Kaabinee isaanii hojiirraa gaggeessaniiru. Pireezidaanti Wiiliyaam…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan damee diinagdee Itiyoophiyaaf tumsa taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsite Tsehay Guluma Jul 11, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Chaayinaan damee diinagdee Itiyoophiyaaf tumsa taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsite. Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo…
Oduu biyya keessaa Shaashamanneetti Pirojektoonni Birrii biiliyoona 4 oliin ijaaraman xumuramuun tajaajilaaf banaman Tsehay Guluma Jul 11, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaashamanneetti Pirojektoonni garaagaraa 65 Birrii biiliyoona 4 oliin ijaaraman xumuramuun tajaajilaaf banamaniiru. Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Walisootti Pirojektoonni Misoomaa garaagaraa eebbifaman Tsehay Guluma Jul 11, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Walisootti Pirojektoonni garaa garaa Birrii miiliyoona 113 oliin ijaaraman xumuramuun eebbifamaniiru. Magaalichatti pirojektoonni…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy hojiilee sosochii Itiyoophiyaa qulqulluun hojjetamaa jiran daawwachuun gamaaggaman Sifen Megersa Jul 11, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojiilee sosochii Itiyoophiyaa qulqulluun hojjetamaa jiran daawwachuun gamaaggamaniiru. Sosochii…
Oduu biyya keessaa Shaggaritti Pirojektoonni garaagaraa eebbifamaa jiru Tsehay Guluma Jul 11, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) –Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Pirojektoonni Misoomaa fayyadamummaa hawaasaa Mirkaneessaan eebbifamaa jiru. Haaluma kanaan Magaalaa Shaggar…
Oduu biyya keessaa 2030tti uwwisa bishaan dhugaatii guutuummaatti waliin gahuuf hojjetamaa jira-Dooktar Injiinar… Tsehay Guluma Jul 11, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) –Bara 2030tti tajaajila uwwisa bishaan dhugaatii qulqulluu guutuummaatti waliin gahuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministirri…
Oduu biyya keessaa Dippiloomaatoonni faayidaa biyyaalessaa kabachiisuuf miira jaalala biyyaan hojjechuu qabu –… Sifen Megersa Jul 11, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Dippiloomaatoonni faayidaa biyyaalessaa kabachiisuuf miira jaalala biyyaan hojjechuu akka qaban Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee…