Maamiltoonni haaraan kumni 426 ol fayyadamtoota lakkooftuu Elektirikaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Baajataa 2016 keessaa Maamiltoonni haaraan kumni 426 fi 290 fayyadamtoota lakkooftuu Elektirikaa ta’uu Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa beeksise.…