Oduu biyya keessaa Buunnoo Beddelleetti dhaabbiin biqiltuu baala shaayee eegale Tsehay Guluma Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)-Godina Buunnoo Beddelleetti dhaabbiin biqiltuu baala shaayee eegaluun ibsame. Godinichaatti bara kana karoora xiiqii inisheetiivii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad turtii isaanii kan xumuran Bakka Buutuu UNIDO gaggeessan Debela Tadesse Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad turtii isaanii kan xumuran Dhaabbata Misoomaa Indaastirii Mootummoota Gamtoomaniitti Bakka Buutuu…
Oduu biyya keessaa Ambaasaddar Taayyeen Jibuutiitti bu’uuraalee misoomaa garaagaraa daawwatan Debela Tadesse Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen, Jibuutiitti bu’uuraalee misoomaa garaagaraa daawwataniiru. Daawwannaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan godaansaan walqabatee gufuuwwan mudatanirratti hojjechaa jirti-MM Tamasgeen Xurunaa Debela Tadesse Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan godaansaan walqabatee gufuuwwan mudatanirratti hojjechaa jiraachuu Walitti Qabaan Mana Maree Godaansaa Biyyaalessaa fi Ministirri Muummee…
Idil Addunyaa Hundeessaan ‘Wikileaks’ Juliyaan Asaanji hidhaarraa gadi lakkifame Debela Tadesse Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Sanada icciitawoo guguddaa miliqsee baasuun himatamee waggoottaniif mana hidhaa Ingiliz kan ture hundeessaan 'Wikileaks', Juliyaan Asaanji hidhaarraa…
Ispoortii Ijibbaata falmii tapha mo’ataanii darbuu Waancaa Awurooppaaf har’a taasifamu Debela Tadesse Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)-Taphoota Waancaa Awurooppaa 17ffaaf har’a taphatamaniin falmii tapha mo’ataanii darbuuf taasifamuun Faransaay, Ingilizii fi Neezerlaandiin ijibbataa…
Ispoortii Dorgommii tarkaanfiin Itiyoophiyaan Warqee argattee Debela Tadesse Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaa atileetiksii Afrikaa 23ffaan dorgoommii tarkaanfiin Itiyoophiyaan koorniyaa lamaaniin meedaaliyaa warqee argatte. Dorgommii…
Oduu biyya keessaa Qabiyyee lafaa gadi lakkisiisuu, kaffaltii beenyaa fi kaafamtoota deebisanii dandamachiisuuf labsiin… Debela Tadesse Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Faayidaa ummataaf jecha qabiyyee lafaa gadi lakkisiisuu, kaffaltii beenyaa fi kaafamtoota deebisanii dandamachiisuu murteessuuf wixineen labsii…
Biiznasii Itiyoophiyaan giddugala hawwattumaa invastimantii Alaan Afrikaa Bahaatti adda duree ta’uun ibsame Tsehay Guluma Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan giddugala hawwattummaa invastimantii Alaan Afrikaa Bahaatti adda duree ta’uu Gabaasni Konfiraansii Daldalaa fi Misoomaa Dhaabbata…
Oduu biyya keessaa Aadaan dhiiga arjoomuu hawaasaa fooyya’uu akka qabu akeekame Debela Tadesse Jun 25, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Aadaan dhiiga arjoomuu hawaasaa fooyya’uun du’aatii sababa hanqinaa dhiigaan mudatu hir’isuun murteessaa ta’uu Biiroon Fayyaa Oromiyaa hubachiise.…