Ispoortii Maanchiister Siitii 2 – 2 Biraayitan Sifen Megersa Mar 15, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 29ffaa galgala kana taphatameen Maanchiisteer Siitiin Biraayitan waliin galchii 2 qixa bahe. Taphoota…
Oduu biyya keessaa Aanaa Qarsaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe Ayana Dheressa Mar 15, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) - Godina Harargee Bahaa Aanaa Qarsaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuu poolisiin Godinichaa beeksise. Konkolaataan ISUZU jedhamu…
Oduu biyya keessaa Baankiin Awaash hordoftoota amantii Islaamaa maamiltoota isaaf sagantaa Afxiraa gaggeesse Ayana Dheressa Mar 15, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Baankiin Awaash sooma ramadaanaa 1446ffaa sababeeffachuun hordoftoota amantii Islaamaa maamiltoota isaaf Shaaraatan Addisitti sagantaa Afxiraa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Waliigalaa 2ffaa Paartii Badhaadhinaa yaa’ii paartichi yaada isaa itti beeksise ture- Obbo… Ayana Dheressa Mar 15, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Yaa’iin Waliigalaa 2ffaan Paartii Badhaadhinaa yaa’ii paartichi yaada isaa Itiyoophiyaarra darbee Afrikaafi dhala namaa hundaaf qabu itti beeksise akka…
Biiznasii Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 300 fi miiliyoona 39’tti tilmaamaman to’ataman Ayana Dheressa Mar 15, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 300 fi miiliyoona 39’tti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumruukaa Itiyoophiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Qondaaltonni olaanoon Raayyaa Ittisaa Ruwaandaa dhaabbilee Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa daawwatan Ayana Dheressa Mar 15, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Jilli Raayyaa Ittisaa Ruwaandaa Indaastirii Awutoomootiivii Injinariingii Bishooftuu fi Yuunivarsiitii Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa daawwateera.…
Oduu biyya keessaa Naannichatti ajandaan marii biyyaalessaa walitti qabuu yeroo dhiyootti ni eegala jedhame Ayana Dheressa Mar 15, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraatti ajandaan marii biyyaalessaa walitti qabuu yeroo dhiyootti akka jalqabamu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise. Naannichatti…
Oduu biyya keessaa Waajjirri Giiftii Duree manneen barnootaa ijaarsiseef deeggarsa meeshaalee taasise Ayana Dheressa Mar 15, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Waajjirri Giiftii Duree manneen barnootaa naannolee garaagaraatti ijaarsiseef deeggarsa meeshaalee taasiseera. Waajjirichi manneen barnootaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Somaaleetti ijaarsi pirojektii bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 300 fi miiliyoona 44… Ayana Dheressa Mar 15, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Naannoo Somaaleetti ijaarsi pirojektii bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 300 fi miiliyoona 44 oliin hojjetamu eegalchiifamuun ibsameera.…
Ispoortii Fiigicha mana keessaa Shaampiyoonaa Addunyaan Atileetoonni Itiyoophiyaa bakka bu’an ifooman Sifen Megersa Mar 15, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Fiigicha mana keessaa Shaampiyoonaa Addunyaa bara 2025 Chaayinaa Naanjiingitti dorgomamurratti Atileetoonni Itiyoophiyaa bakka bu’an 14 ifoomaniiru.…