Ispoortii Joorjiyaa fi Cheek qixa ba’an Debela Tadesse Jun 22, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Awurooppaa 17ffaan Joorjiyaa fi Rippaabilkiin Cheek 1 fi 1 qixa ba’aniiru. Galgalaa kana sa’aatii 1:00 irratti taphni Porchugaalii fi…
Oduu biyya keessaa Pirojektichi daandiileen magaalichaa sadarkaa guddina magaalichaatiin akka walsiman taasisa-Pir.… Debela Tadesse Jun 22, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Pirojektiin ijaarsa daandii Mgaalaa Shaggar daandiileen magaalichaa, sadarkaa guddina magaalichaatiin akka walsiman kan taasisuudha jedhan…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Itiyoophyaa kumni 1 fi 93 gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Jun 22, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Balalii marsaa sadii har’a gaggeeffameen Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa kan turan lammiileen Itiyoophiyaa kumni 1 fi 93 gara biyyaatti…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantonni naannolee afranii dhimmoota waloorratti mari’atan Debela Tadesse Jun 22, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Pireezidaantonni naannolee Kibba Itiyoophiyaa, Giddugala Itiyoophiyaa, Sidaamaa fi Kibba Lixa Itiyoophiyaa dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Koonfiraansiin hariiroo naannolee ollaa ummata Oromoo, Sidaamaa fi Halaabaa Shaashamanneetti… Debela Tadesse Jun 22, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Koonfiraansiin Waloo walitti dhufeenya ummatootaa naannolee ollaa ummatootaa Oromoo, Sidaamaa fi Halaabaa hirmaachise Magaalaa Shaashamanneetti…
Oduu biyya keessaa Gargaaramtummaa hambisuuf hoggansi kutannoon hojjechuun barbaachisaadha jedhame Debela Tadesse Jun 22, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan qabeenya uumamaa ishee misoomsuun gargaaramtummaa hambisuuf galma qabame milkeessuuf hoggansi kutannoon hojjechuu akka qabu akeekame.…
Oduu biyya keessaa Qorichaalee dandeettii ofiin oomishuun dhimma boruuf dhiifamu miti-Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Jun 22, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Qorichaalee dandeettii ofiin oomishuun dhimma boruuf dhiifamu miti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Agarsiisaa innooveeshinii fi…
Oduu biyya keessaa Qorichaalee fi galteewwan wal’aansaa biyya keessatti oomishuuf haalli mijataan umameera-MM Dooktar… Debela Tadesse Jun 22, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)-Qorichaalee fi galteewwan wal’aansaa biyya keessatti oomishuuf haalli mijataan umamuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Torbeen Barnootaa Leenjii Teekinikaa fi Ogummaa Magaalaa Finfinnee baname Debela Tadesse Jun 22, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)-Torbeen Barnootaa Leenjii Teekinikaa fi Ogummaa 14ffaan sadarkaa Magaalaa Finfinnee baname. Sagantichi mata duree "Teekinikaa fi ogummaa misooma…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Yaa’ii Ministiroota tuuriizimii BRICS irratti hirmaachaa jirti Debela Tadesse Jun 22, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Yaa’ii Ministiroota Tuuriizimii Biyyoota BRICS Raashiyaatti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti. Ministirri Ministeera Tuuriizimii…