Oduu biyya keessaa Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Erer Eebbifame Debela Tadesse Jun 22, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Rakkoo bishaan dhugaatii naannoo Hararii ni fura kan jedhamee pirojaktiin bishaan dhugaatii Erer eebifamee Piroojaaktichi Birrii miiliyoona 224’n…
Ispoortii Tapha Waancaa Awuroppaa har’aan morkiiwwan jajjabboon ni gaggeeffamu Debela Tadesse Jun 22, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Awurooppaa 17ffaa har’a taphoonni eegaman ni gaggeeffamu. Sa’aatii 10:00 irratti Joorjiyaa fi Rippaabilikiin Cheek kan taphatan yoo…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Shaggaritti Pirojektii ijaarsaa daandii olaanaadha jedhame eegalchiifame Debela Tadesse Jun 22, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti sirni jalqabsiisa pirojektii ijaarsa daandiif dhagaan bu'uuraa kaa'ame. Sirna jalqabsiisaa pirojektichaarratti…
Oduu biyya keessaa Bishooftuutti Pirojektoonni Birrii biiliyoona 3.8’n ijaaraman tajaajilaaf qophaa’uun ibsame Debela Tadesse Jun 22, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Magaalaa Bishooftuutti pirojektoonni Birrii biiliyoona 3.8’n ijaaraman tajaajilaaf qophaa’uun ibsame. Magaalichatti pirojektoonni misoomaa 175…
Oduu biyya keessaa Uwwisni bosona Itiyoophiyaa %23.6tti guddachuun eerame Debela Tadesse Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)-Uwwisni bosona Itiyoophiyaa %23.6tti guddachuun eerame. Sagantaa jalqabbii duraa Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara 2016 gaggeeffameera.!--more-->…
Oduu biyya keessaa Naannichatti Dargaggoonni miiliyoona 1.5 Tajaajila Tola Ooltummaa Gannaarratti ni hirmaatu jedhame Tsehay Guluma Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)–Naannoo Tigraayitti Dargaggoota miiliyoona 1.5 Tajaajila tola ooltummaa Gannaarratti hirmaachisuuf qophiin taasifamuu Biiroon Dhimma Dargaggootaa…
Oduu biyya keessaa Naannichatti hidhattoonni socho’aa turan waamicha nageenyaa mootummaa simachuun deebi’an Debela Tadesse Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuz Aanaa Guubaa keessaa hidhattoonni socho’aa turan waamicha nageenyaa mootummaa simachuun hidhannoo isaanii waliin deebi’uun…
Ispoortii Yuukreen Isloovaakiyaa injifatte Tsehay Guluma Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Tapha Waancaa Awurooppaa 17ffaa har’a sa’atti 10:00 irraa eegale taphatameen Yuukreen Isloovaakiyaa galchii 2 fi 1n injifatte. #Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Itiyoophiyaatti Bakka Bu’aa UNICEF waliin mari’atan Debela Tadesse Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo oromiyaa Shimallis Abdiisaan Itiyoophiyaatti Jila Bakka Bu’aa Dhaabbataa Deeggarsaa Daa’immanii Mootummoota Gamtoomanii…
Ispoortii Adaamaan Baahirdaariin Injifatamte Debela Tadesse Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)-Tapha Piriimiyeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 28ffaan Magaalaan Baahirdaar 3 fi 2’n Magaalaa Adaamaa injfateera. Tapha Piriimiyer Liigichaa…