Pireezidaanti Hakaayindee Chiichiileemaan Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiif ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 26, 2019(FMC)- Pireezidaantiin Zaambiyaa Hakaayindee Chiichiileemaan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad irra deebiin Ministira Muummee Itiyoophiyaa ta’uun moggaafamuu hordofee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
#MootummaaIda’amuu