Fana: At a Speed of Life!

Poorchugaal Kirooshiyaa injifachuun 16tti makamte

Finfinnee, Waxabajjii 25, 2018 (FMC) – Tapha mo’anii darbuu waancaa addunyaan Poorchuugaal Kirooshiyaa 2fi1’n injifachuun kudha ja’anitti makamteetti.

Kiristaanoo Roonaaldoo rukuttaa adabbiin, Goonsaaloo Raamoos ammoo taphaan galchiiwwan Poorchuugaal lakkoofsisaniiru.

Poorchuugaal nuusa xumuraaf darbuuf tapha itti aanu Ispeen waliin akka taphattus beekameera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.