Fana: At a Speed of Life!

Raawwiin hojii bara 2018 Paartiifi Mootummaa Naannoo Oromiyaa qoratamuu eegale

Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Raawwiin hojii bara 2018 Paartiifi Mootummaa Naannoo Oromiyaa Adaamaatti guyyaa har’aa qoratamuu eegaleera.

Raawwiin hojii bara 2018 Paartiifi Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa har’aa Magaalaa Adaamaatti qoratamuuf hirmaattonni Galma Abbaa Gadaatti argamaniiru.

Qorannoo raawwii hojii kanaan milkaa’inoota damdaneessa bara 2018 argamaniifi muuxannoo ture qooduun hanqinoota turan qorachuun kallattiin karoora hojii bara 2019 akeeku ni kaa’amaan eegama.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.