Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii gara Asmaraatti taasiisu adda kute
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC) - Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii gara Asmaraatti taasiisu boruu eegalee adda kutuu beeksiseera.
Eertiraa keessatti tajaajila kennuuf rakkoon…