Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Muudamoota garaagaraa kennan Tsehay Guluma Oct 18, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2017 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa kennaniiru. Haaluma kanaan:- 1.Dooktar Geediyoon Ximootiyoos Ministira…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan Debela Tadesse Oct 17, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa Akinwumii Adisiinaa waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy gama…
Oduu biyya keessaa Biyyii fi ummannii gatii utuu hinkaffaliin misoomee fi badhaadhe hinjiru-Dr. Laggasaa Tulluu Debela Tadesse Oct 16, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2017 (FBC)- Biyyii fi ummanni gatii utuu hinkaffaliin misoomee fi badhaadhe hinjiru jedha Ministirri tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluun.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Komishinarri Komishinii Hojii Gamtaa du’aan boqochuutti gadda itti… Debela Tadesse Oct 16, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2017 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Komishinarri Komishinii Hojii Gamtaa Itiyoophiyaa Dooktar Geetaachoo Mallas du'aan boqochuutti gadda itti…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Olaanoo Mootummaa Naannawaa Daldala Bilisaa Dirree Dhawaa daawwatan Tsehay Guluma Oct 16, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2017 (FBC) -Hoggantoonni Olaanoo Mootummaa Federaalaa Naannawaa Daldala Bilisaa Dirree Dhawaa daawwataniiru. Daawwannicharratti Ministirri Ministeera Geejjibaa…
Oduu biyya keessaa Hammattoon waliigaltee tumsa laga Naayil kaleessa gara raawwitti gale, haqa qabeessummaan kan… Sifen Megersa Oct 14, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC) – Hammattoon waliigaltee tumsa laga Naayil hojiitti galuun seerota duraanii haquun haqa qabeessummaan kan mirkaneessu ta’uu Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Haaromee: Motora Cehumsa Baadiyyaa Oromiyaa Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Haala baramaa baadiyyaa keenyaa jijjiiruuf sababoota dirqisiisoo hedduutu jiru. Dhiibbaalee adda addaatiin, baadiyyaaleen Oromiyaa gama hedduun magaalotarratti hirkachuuf saaxilamaniiru.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa wayita kabajnu tokkummaan gara milkaa’inaatti imaluuf waadaa keenya guyya itti… Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2017 (FBC)- Guyyaan Alaabaa wayita kabajnu tokkummaan gara milkaa’inaatti imaluuf waadaa keenya guyya itti haaressinuudha jedhan Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde…
Oduu biyya keessaa Yoo waltaane naannawaa cimaa uumuu dandeenya-Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Oct 13, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2017 (FBC)- Yoo waltaanee fi waltumsine, waloon misoomuun naannawaa cimaa uumuu dandeenya jedhan Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Hammattoon…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraahin Adeemsa ijaarsa Riizoortii Shabalee daawwatan Tsehay Guluma Oct 12, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) –Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahin qaama pirojeektii Maaddiin dhalootaaf kan ta’e adeemsa ijaarsa Riizoortii Shabalee…