Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Piroojektii Jallisii Lixa Godee daawwatan Debela Tadesse Jan 3, 2025 0 Finfinnee, Mudde 25, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Somaaleetti Piroojektii misooma Jallisii Lixa Godee daawwataniiru Waggaa 2 dura gara Godee dhufeen…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Somaaliyaan bu’uura waliigaltee isaaniin mari’achaa jiru-MDhA Debela Tadesse Jan 3, 2025 0 Finfinnee, Mudde 25, 2017 (FMC)-Waliigaltee Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa bu’uureffachuun mariiwwan itti fufiinsaan gaggeeffamaa jiraachuu Ministerri Dhimma Alaa Beeksise. Dubbii Himaan…
Oduu biyya keessaa Du’aan boqochuu Pireezidaantii Duraanii Ameerikaa Jiimii Kaarter hordofee Pireezidaanti Taayyee… Sifen Megersa Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Du’aan boqochuu Pireezidaantii Duraanii Ameerikaa Jiimii Kaarter hordofee Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen gaddi itti dhagahamuu ibsan.…
Oduu biyya keessaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan misooma Koriidarii Dhaabbiilee Raayyaa Ittisaa Daawwatan Tsehay Guluma Jan 1, 2025 0 Finfinnee, Muddee 23, 2017 (FMC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Dhaabbiilee Raayyaa Ittisaatti hojii ijaarsa bu’uuraalee Misooma…
Oduu biyya keessaa Mallattooleen seenaa akka Masaraa biyyaalessaa sadarkaa idil addunyaatti maqaa biyyaa ijaaruu… Tsehay Guluma Jan 1, 2025 0 Finfinnee, Mudde 23, 2017 (FMC) – Mallattooleen seenaa akka Masaraa biyyaalessaa sadarkaa idil addunyaatti maqaa biyyaa ijaaruu keessatti qooda olaanaa qabaachuu Waajjirri…
Oduu biyya keessaa Hooggansi sadarkaan jiru rakkoo kenna tajaajilaa furuuf xiyyeeffannoo barbaachisu kennuu qaba… Tsehay Guluma Jan 1, 2025 0 Finfinnee, Mudde 23, 2017 (FMC) – Hoggansi sadarkaan jiru rakkoo kenna tajaajilaa furuuf xiyyeeffannoo barbaachisu kennuu akka qabu Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Jallisii irratti xiyyeeffannoo taasifneen qonni Oromiyaa seenaa biyya keenyatti fuula haaraa uumuu… Debela Tadesse Dec 31, 2024 0 Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC) –Jallisii irratti xiyyeeffannoo taasifneen qonni Oromiyaa seenaa biyya keenyatti fuula haaraa uumuu danda'eera jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo…
Biiznasii Koreen Imaammata Maallaqaa Walga’ii jalqabaa gaggeesse Debela Tadesse Dec 31, 2024 0 Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)- Koreen Imaammata Maallaqaa Walga’ii jalqabaa gaggeessuu Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa beeksise. Korichi haala diinagdee gooroo biyyattitti dhiyeenya…
Oduu biyya keessaa Boordichi ABUT Yaa’ii waliigalaa akka gaggeessuu hubachiise Debela Tadesse Dec 31, 2024 0 Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Addi Bilisummaa Ummata Tigraayi (ABUT) yaa’ii waliigalaa akka gaggeessuu hubachiiseera. ABUT bu’uura labsii lakkoofsa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Jibuutiitti Bakka Bu’oota Hawaasa Itiyoophiyaa waliin… Debela Tadesse Dec 31, 2024 0 Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)-Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Jibuutiitti Bakka Bu'oota Hawaasa Itiyoophiyaa waliin dhimmoota garaagaraarratti…