Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad maaddii qoodaan Sifen Megersa Jan 6, 2026 0 Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad lammiilee harka qalleeyyii fi daa’imman Waajjirri Ministira Muummee Guddisuuf maaddii qoodaniiru. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Shaggar, Bishooftuu, Gadaa fi Adaamaa — Pilaanii Muummee Haaraan Tsehay Guluma Jan 5, 2026 0 Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Pilaanii Muummee Haaraa Magaaloota Shaggar, Bishooftuu, Gadaa fi Adaamaa ilaalchisuun ibsi baasan akka itti aanuutti…
Teeknooloojii Boordichi sirna galmee Diijitaalaa filattoota fi kaadhimamtootaa hojii eegalchiise Sifen Megersa Jan 5, 2026 0 Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaaleessaa Itiyoophiyaa sirna galmee diijitaalaa filattootaa fi kaadhimamtootaa hojii eegalchiiseera. Sirna galmee diijitaalaa…
Oduu biyya keessaa Hayyummaan gaaffiif qophii ta’uu qaba – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Jan 4, 2026 0 Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad hayyummaan dandeettii gaaffiif qophii ta'uu fi gaafachuuti jedhan. Dooktar Abiy ayyaana hundeeffama waggaa 75ffaa…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Jan 4, 2026 0 Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa Waajjira Muummee Baabura Itiyoo Jibuutiitti geggeessan ilaalchisuun ergaa dabarsaniiru. Ergaan fuula…
Oduu biyya keessaa Pirojektiin daandii saffisaa Mi’eessoo- Dirre Dhawaa akkaataa karoorfameen akka xumuramuuf… Ayana Dheressa Jan 3, 2026 0 Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC)- Ijaarsi pirojektii daandii saffisaa Mi’eessoo- Dirre Dhawaa akkaataa karoorfameen akka xumuramuuf hojjechuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Muummee Itti…
Oduu biyya keessaa Birmadummaa deeggarsa namoomaa keenya mirkaneessuuf hojjechaa jirra- Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayana Dheressa Jan 3, 2026 0 Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC)- Birmadummaa deeggarsa namoomaa keenya mirkaneessuuf hojjechaa jirra jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan. Obbo Tamasgeen Xurunaan…
Oduu biyya keessaa Hojiiwwan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad baatiiwwan Sadaasaa fi Muddee keessa hojjetan Ayana Dheressa Jan 2, 2026 0 Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad baatiiwwan Sadaasaafi Muddee 2018 keessa hojiilee ijoo biyyaalessaa, ardiifi idil-addunyaa hojjetaniiru.…
Oduu biyya keessaa “Hayyuun Eenyu? Ayana Dheressa Jan 2, 2026 0 Ayyaana hundeeffama waggaa 75ffaa Yuunivarsiitii Finfinnee sababeeffachuun barataa duraanii Yuunivarsiitichaa kan turan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad mata duree “ Gahee Hayyootaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana bara haaraa warra faranjootaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii… Ayana Dheressa Dec 31, 2025 0 Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana bara haaraa warra faranjootaa bara 2026 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Dooktar…