Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Xaaliyaanii Room galan Sifen Megersa May 26, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2017(FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi jilli isaanii Xaaliyaanii magaalaa Roomaa galaniiru. Turtii isaaniin Ministira Muummee Xaaliyaanii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Paarisitti Mana Amantaa Kaateedraalii Nootiradaam daawwatan Tsehay Guluma May 25, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi jilli isaanii Paarisitti Mana Amantaa Kaateedraalii Nootiradaam daawwataniiru. Bara Faranjoota 2019…
Oduu biyya keessaa Hojiin Komishinii Hoggansa Sodaa balaa gurmeessuu cimee itti fufa –Aadde Adaanech Abeebee Tsehay Guluma May 25, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC )- Hojiin Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Magaalaa Finfinnee humna namaa fi teeknooloojiin ammayyeessuu fi gurmeessuu cimee kan itti fufu…
Oduu biyya keessaa Turtii Dooktar Abiy Ahimad fi jilli isaanii Faransaayitti taasisan milkaa’aa ture- Dooktar Geediyoon… Ayana Dheressa May 24, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Daawwannaafi marii jilli Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Faransaayitti taasise milkaa’aa akka ture Ministirri Ministeera Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Daawwanaannichi tekinooloojii fi hubannoo namtolchee irratti xiyyeeffata jedhame Yonatan Birhanu May 24, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Daawwanaan Indaastirii Ministirri Muummee Faransaay Paariisitti geggeessan tekinooloojii fi hubannoo namtolchee irratti akka xiyyeeffatu waajjirri…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf daandii misoomaa sirriirratti argamti –… Sifen Megersa May 23, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf daandii misoomaa sirriirratti kan argamtu ta’uu Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimadiifi Pireezidaanti Maakroon Masaraa Eliseetti simannaa taasisan Tsehay Guluma May 23, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2017 (FMC )- Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadi fi jila isaaniif Pireezidaantiin Faransaay Imaanu’eel Maakroon Masaraa Eliseetti simannaa taasisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Paaris galan Tsehay Guluma May 22, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Daawwannaa hojiif Faransaay Paaris galaniiru. Godaambaa Humna…
Oduu biyya keessaa Koreen filtuu hoggantoota Boordii Filannoo gabaasa isaa Dooktar Abiy Ahimadiif dhiyeesse Ayana Dheressa May 21, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2017(FMC) – Koreen filtuu hoggantoota Boordii Filannoo guyyaa har’aa gabaasa isaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif dhiyeessuu Waajjirri Ministira Muummee…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa Dhimmoota garaagaraarratti murtoo dabarse Ayana Dheressa May 21, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2017(FMC) – Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 45ffaa har’a taa’een dhimmoota garaagaraarratti murtoo dabarse. Jalqabarratti manni marichaa wixinee labsii…