Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Loojii Haroo Dandii eebbisiisan Ayana Dheressa Apr 19, 2026 0 Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa Loojii Haroo Dandii eebbisiisaniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Hojiin misooma boqqolloo bonee milkaa’ina olaanaa irratti argama- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Apr 19, 2026 0 Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Oomishaalee akka biyyaatti xiyyeeffannoo kennineefi hojjechaa jirru keessaa tokko kan ta’e hojiin misooma boqqolloo jallisii bonee milkaa’ina olaanaa irratti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Koree biyyaalessaa Itiyoophiyaa Walga’ii COP32 waliin mari’atan Tsehay Guluma Apr 17, 2026 0 Finfinnee, Ebla 9, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Koree Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Walga’ii COP32 waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy Ahimad ergaa gama miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti pirojeektonni kumni 21 xumuramuun tajaajilaaf qophaa’an – Obbo Awwaluu Abdii Tsehay Guluma Apr 17, 2026 0 Finfinnee, Ebla 9,2018 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti bara baajataa 2018 piroojektonni misoomaa garaagaraa kumni 28 fi 800 ol ijaaramaa jiru jedhan Pireezidaantii Ittaanaan Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Pirojektiin maddisiisa annisaa qilleensaa Asallaa misooma naannawichaa saffisiisuuf dandeettii… Ayana Dheressa Apr 16, 2026 0 Finfinnee, Ebla 8, 2018 (FMC) – Pirojektiin maddisiisa annisaa qilleensaa Asallaa misooma naannawichaa saffisiisuuf dandeettii guddaa uuma jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Maddisiisa anniisaa qilleensaa Asallaa eebbisiisan Ayana Dheressa Apr 16, 2026 0 Finfinnee, Ebla 8, 2018(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Maddisiisa anniisaa qilleensaa Asallaa eebbisiisaniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Sosochichi Itiyoophiyaanonni wayita oomishan bu’aa fooyya’aan akka argamu nu barsiise- Dooktar Abiy… Ayana Dheressa Apr 16, 2026 0 Finfinnee, Ebla 8, 2018 (FMC) – Sosochiin Itiyoophiyaan haa oomishtuu Itiyoophiyaanonni wayita oomishan bu’aa fooyya’aan akka argamu nu barsiise jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Refoormiin Dinagdee gooroo hunda galeessa ta’e bu’aa qabatamaa fideera – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Apr 16, 2026 0 Finfinnee, Eebila 7, 2018 (FMC) – Bu’aan refoormiin dinagdee gooroo guddina fi oomishtummaa Itoopiyaatiif fidu lafatti kan hin dubbatamne fi jijjiirama bu’uuraa kan fide dha jedhan…
Oduu biyya keessaa Fedhiin Keenya Itiyoophiyaa Giddu-gala Manufaakchiriingii taasisuudha – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Apr 15, 2026 0 Finfinnee, Eebila 7, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad fedhiin mootummaa Itiyoophiyaa giddu-gala manufaakchiriingii taasisuu dha jedhan. Dooktar Abiy turtii EBC waliin…
Oduu biyya keessaa Kooridariin Jibuutii hidda dhiigaa Itiyoophiyaa waan ta’eef baaburaa fi daandii saffiisaan… Yonatan Birhanu Apr 15, 2026 0 Finfinnee, Ebla 7, 2018 (FMC) - Kooridariin Jibuutii hidda dhiigaa Itiyoophiyaa waan ta’eef baaburaa fi daandii saffiisaan walqunnamsiisuun dhimma murteessadha jedhan Ministirri Muummee RDFI…