Jilli Obbo Dammaqaan durfamu fooramii Godaantootaa idil addunyaarratti hirmaachaa jira
Finfinnee, Mudde 3, 2016 (FBC) – Fooramiin Godaantoota Idil Addunyaa 2ffaan Siwiizarlaand Jeeneevaatti gaggeeffama jira.
Jili Ittaanaa Ministira Muummee fi Ministira Ministeera Dhimma…