Misoomni Qamadii Bonaa baranaa haala gaariin gaggeeffamaa jira-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Misoomni Qamadii Bonaa baranaa haalaa gaariin gaggeeffamaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa…