Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa Wiixata dhufu kabajama Debela Tadesse Oct 13, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC)- Guyyaan Alaabaa Wiixata dhufu Onkololeessa 5, 2016 akka kabajamu Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa beeksise. Guyyichi, mata duree “Olka’iinsi…
Oduu biyya keessaa Naannaawi horsiisee bulaa Cinaaksaan fuula seenaa haaraatti cehaa jira-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Oct 13, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC)-Naannaawi horsiisee bulaa Cinaaksaan fuula seenaa haaraatti cehaa jiraachuu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan dubbatan.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanoonni Ummataa tokkummaa, nageenyaa fi misooma biyyaalessaaf – TKM Sifen Megersa Oct 12, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 1, 2016 (FBC) - Ayyaanoonni Ummataa baatii Fulbaanaa keessa duudhaa isaanii eeguun kabajaman tokkummaa biyyaalessaa calaqqiisiisuun nageenya lallabuun xumuramuu…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan kurmaana 1ffaa xumurame keessa hojiilee Dippiloomaasii bu’aa qabeessa galmeessite –… Sifen Megersa Oct 12, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan kurmaana 1ffaa xumurame keessa hojiilee hariiroo waloo fi Dippiloomaasii hunda galeessa bu’aa qabeessa ta’e raawwachuu Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan gabaasa Koomishiniin Ogeeyyii Mirga Namoomaa baasee akka hinfudhanne ibsite Debela Tadesse Oct 12, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan gabaasa Koomiishiniin Ogeeyyii Mirga Namoomaa Idil Addunyaa baasee akka hinfudhanne beeksiste. Koomishiniin Ogeeyyii Mirga Namoomaa…
Oduu biyya keessaa Barana loltootaa duraanii kuma 200tti dhiyaatan hawaasatti makuuf karoorfameera Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Barana loltoota duraanii kuma 200’tti dhiyaatan hawaasatti makuuf karoorafamuu Koomishiniin Haaromsa Biyyaalessaa beeksise. Komishinarri Olaanaa…
Oduu biyya keessaa Hojiin lammiilee Sudaan jiran biyyatti deebisuu cimee kan itti fufu ta’uun ibsame Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Rakkoo Sudaanitti mudateen walqabatee lammiilee Itiyoophiyaa rakkoo keessa jiran gara biyyaatti deebisuuf hojjetamaa jiru cimee kan itti fufu ta’uu…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad Miseensa Maatii Moototaa Ingiliz waliin mari’atan Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Miseensa Maatii Moototaa Ingiliz Soofii Heelen Raayis Joonsan waliin mari’ataniiru. Miseensi Maatii Moototaa…
Oduu biyya keessaa Hojiilee tarsiimoo dijitaal Itiyoophiyaa 2025 hafan saffisiisuuf marii kaayyeffate gaggeeffame Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii fi Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa dhimmoota hojiilee tarsiimoo Dijitaal Itiyoophiyaa 2025 hafan…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Daayrektara olaanaa Dhaabbataa Godaantota Addunyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen, Daayrektara Olaanaa Dhaabbata Godaatotaa Addunyaa Emmii Pooppi waliin mari’ataniiru. Emmii Pooppi…