Chaayinaa waliin dameewwan hedduun waliigalteerraa ga’uun milkaa’ina olaanaadha-Dooktar Abiy
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Yeroo hafuuraa fudhannaa idaa argachuu dabalatee dameewwan hedduudhaan Chaayinaa walii waliigalteerra ga’uun milkaa’ina olaanaa ta’uu Muummeen Ministiraa…