Qulqullinaa fi nageenyummaa oomishaalee gabaaf dhiyaataan mirkaneessuuf to’annoo cimaan taasifamaa…
Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC)- Ayyaanaan walqabatee qulqullinaa fi nageenyummaa oomishaalee gabaaf dhiyatanii mirkaneessuuf to’annoo fi hordoffii cimaan gaggeeffamaa jiraachuu Abbaan…