Oduu biyya keessaa Qabxiin qormaata kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa ifoome Debela Tadesse Aug 25, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- Qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 8ffaa bara 2015 Naannoo Oromiyaa ifoomeera. Biiroon Barnootaa Oromiyaa akka beeksisetti barattoonni bara 2015…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Inisheetivii misooma Paarkiiwwan Biyyaalessaa fi Ikoo Tuuriizimii ifoomsan Debela Tadesse Aug 25, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Mootummaan Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Inisheetiviin misooma Paarkiiwwan Biyyaalessaa fi Ikoo Turizimii ifoomsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Boordiin qorannoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa hojiilee hanga ammaatti hojjete ifoomse Sifen Megersa Aug 25, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Boordiin qorannoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa hojiilee hanga ammaatti hojjetee fi yeroo itti aanu raawwataman ifoomseera. Itti Aanaa Walitti…
Oduu biyya keessaa Sirna Federaalizimii Sabdaneessaa Cimsuun Biyya Hunda Keenyaaf Taatu Ijaarra-BKO Debela Tadesse Aug 25, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- Sirna Federaalizimii Sabdaneessaa Cimsuun Biyya Hunda Keenyaaf Taatu Ijaarra jedhe Biiroon Kominikeshinii Oromiyaa. Biirichi Haala yeroo ilaalchisuun…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Afrikaa Kibbaatti Mooraa Embaasii Itiyoophiyaa keessa biqiltuu Ashaaraa magariisaa… Sifen Megersa Aug 25, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi jilli isaaniin durfamu Afrikaa Kibbaatti Mooraa Embaasii Itiyoophiyaa keessa biqiltuu Ashaaraa…
Oduu biyya keessaa Chaayinaa waliin dameewwan hedduun waliigalteerraa ga’uun milkaa’ina olaanaadha-Dooktar Abiy Debela Tadesse Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Yeroo hafuuraa fudhannaa idaa argachuu dabalatee dameewwan hedduudhaan Chaayinaa walii waliigalteerra ga’uun milkaa’ina olaanaa ta’uu Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Itiyoophiyaan miseensa ‘BRICS’ ta’uu isheetti gammaduu ibsan Sifen Megersa Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Itiyoophiyaan miseensa 'BRICS' ta’uu isheetti gammaduu ibsaniiru. Guyyaa har'aa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan BIRCS’tti makamte Debela Tadesse Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan garee 'BRICS’tti miseensummaan makamuun ibsame. Yaa’iin biyyoota 'BRICS’ jedhamanii 15ffaan Afrikaa Kibbaatti gaggeeffamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Barnootaa Finfinnee eegale Debela Tadesse Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Yaa’iin Barnootaa Finfinnee, bara barnootaa 2016 mata duree “Hirmaannaa hunda galeessaa fooyya’insa sadarkaa dhaabbilee barnootaa” jedhuun gaggeeffamuu…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti Qonnaan Bultoonni gara hojii qonna gannaatti deebi’aa jiru -Qajeelcha… Sifen Megersa Aug 23, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) –Naannoo Amaaratti Nagaa fi tasgabbii argame caalmaatti itichuuf oppireeshiniin eegalame cimee akka itti fufu Qajeelchi waliigalaa labsii yeroo ariifachisaa…