Mootummaan Naannichaa qaala’insa gatii oomishaalee, ayyaana sababeeffachuun mudatu ittisuuf…
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa qaala'insa gatii oomishaalee, ayyaana sababeeffachuun mudatu ittisuuf oomisha qonnaafi bu’aalee qonnaa marsaa duraan…