Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Magaalaa Arbaa Mincii galan Debela Tadesse Jul 3, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)-Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon Magaalaa Arbaa Minci galaniiru. Muummeen Ministira Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Godina Geedi’ootti sagantaa Ashaaraa Magariisaa eegalchiisan Sifen Megersa Jul 3, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon sagantaa Ashaaraa Magariisaa boqonnaa 2ffaa Godina Geedi’ootti…
Oduu biyya keessaa Manneen barnootaa kaleessaa itti barattan deeggarsa keessan barbaadu-MM Abiy Ahimad Debela Tadesse Jul 2, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2015 (FBC)-Ityoophiyaa kallatti kamittuu kan barattan hundi manneen barnootaa kaleessaa itti barattan har’a deeggarsa keessan barbaadu jedhan Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Booranatti Qamadiin Arfaasaan misoome walitti qabamuu eegale Debela Tadesse Jul 2, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2015 (FBC)-Godina Booranaatti Qamadiin Arfaasaan misoome walitti qabamuu eegaluu Biiroon Qonnaa oromiyaa beeksise. Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfilee haaraan qonna irratti jalqabaman, jijjiirama seektara qonnaa keessatti gumaacha olaanaa… Sifen Megersa Jul 1, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Tarkaanfilee haaraanqonna irratti jalqabaman, jijjiirama seektara qonnaa keessatti dhufeef gumaacha olaanaa ba'uu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Pireezdaanti Saahilawarqi kabaja guyyaa bilisummaa Birrundiirratti hirmaatan Sifen Megersa Jul 1, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Pireezdaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen kabaja guyyaa bilisummaa biyyaalessa Birrundii waggaa 61ffaarratti hirmaataniiru. Sirnicharratyi…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Godina Booranaa Aanaa Eelwayyeetti Inisheetiivii misooma margaa… Sifen Megersa Jul 1, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Godina Booranaa Aanaa Eelwayyeetti Inisheetiivii misooma margaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Jarman waliigaltee deeggarsaa Birrii biiliyoona 1.25 mallatteessan Debela Tadesse Jun 30, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Jarmaan waliigaltee deeggarsaa Birrii biiliyoona 1.25 mallatteessaniiru. Deeggarsichis Ityoophiyaan Eejensii Inshuraansii Daldalaa…
Oduu biyya keessaa Buufanni konkolaataa Shaashamannee Birrii miiliyoona 400 hojjatame eebbifame Sifen Megersa Jun 30, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC) – Buufanni konkolaataa Bulchiinsa magaalaa Shaashamanneetti Birrii miiliyoona 400 hojjatame eebbifameera. Jilli Itti Gaafatamaa Paartii Badhaadhinna…
Oduu biyya keessaa Sirni Badhaasaa Haacaaluu Hundeessaa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jun 29, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Sirni Badhaasa Haacaaluu Hundeessaa marsaa 2ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Sagantaa badhaasichaan dameewwan muuziqaa 12'n ulaagaa badhaasichaa…