Daawwannaan Obbo Dammaqaan biyyoota Afrikaatti taasisan michoota baay’isuurratti milkaa’aa ture…
Finfinnee, Eebla 20, 2015 (FBC) – Daawwannaan Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin biyyoota Afrikaatti taasisan michoota baay’isuurratti milkaa’aa…