Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen sosochii misooma daa’imummaa jalqabsisan Debela Tadesse Jun 21, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 14,2015 (FBC)- Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen mata duree "Daa’imman Abdii Borii Finfinneef” jedhuun sosochii misooma daa’imummaa…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraaa FDRI Abiy Ahimad agarsiisa Fayyaa biyyaaleessa Goda Hambaa Saayinsiitti… Sifen Megersa Jun 20, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraaa FDRI Abiy Ahimad agarsiisa Fayyaa biyyaaleessa Goda Hambaa Saayinsiitti eegalchiisaniiru. Agarsiisicharratti dhaabbileen Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Gargaraa Ministira alaa Kuweet waliin mari’atan Sifen Megersa Jun 20, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Gargaraa Ministira alaa Kuweet Ambaasaaddar Baadir Saalehi waliin…
Oduu biyya keessaa Gahee dameen qonnaa guddinaa diinagdeef qabu tilmaamuun dhiyeessiin faayinaansii jiraachuu qaba… Debela Tadesse Jun 19, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC)- Dameen qonnaa guddinaa diinagdeef gahee olaanaa qabu tilmaama keessa galchuun dhiyeessiin faayinaansii jiraachuu akka qabu Ministirri Ministeera Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Misooma Qonna Qindaa’aa Ikkoo-Turiiziimii Wancii-Dandii labsame Debela Tadesse Jun 18, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2015 (FBC)- Biiroon Qonnaa Oromiyaa Sagantaa Misooma qonna qindaawaa Ikkoo tuurizimii haroo Wanchii-Dandii labse. Sagantaan Misooma Qindaa’aa Ikkoo-Turiiziimii…
Oduu biyya keessaa Mootummaan nageenyi bu’uura hundaa waanta’eef waa’ee isaa baayy’isee dubbata… Sifen Megersa Jun 17, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) – Mootummaan nageenyi bu'uura hundaa ta'uu isaan waa'ee isaa baayy'isee dubbata jedhan Minisstirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa…
Oduu biyya keessaa Lafa seeraan ala qabaman kaaree meetira kuma 165 ol irratti tarkaanfiin fudhatame-B/M/Shaggar Debela Tadesse Jun 16, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2015 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Shaggar weerara lafa seeraan alaa ittisuuf hojiilee bal'aa hojjechaa jiraachuu beeksise. Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa ‘Badhaasni Hacaaluu Hundeessaa’ Waxabajjii 22 gaggeeffama Debela Tadesse Jun 16, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2015 (FBC)-'Badhaasni Hacaaluu Hundeessaa' marsaa 2ffaan Waxabajjii 22, 2015 gaggeeffama. Faawundeeshiniin Artisti Hacaaluu Hundeessaa sagantaa badhaasichaa…
Oduu biyya keessaa Rakkoo Sudaan haala furuun danda’amurratti miseensonni IGAD ejjennoo walfakkaataarraa ga’uun eerame Debela Tadesse Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Jibuutiitti yaa’iin Dhaabbata Misooomaa Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) gaggeeffameerratti rakkoo Sudaan haala furuun danda’amurratti biyyoonni miseensa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti dhaabbilee daldalaa kuma 803 keessaa dhaabbileen kuma 127 ol seeraan alaa ta’uun… Debela Tadesse Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti dhaabbilee daldalaa kuma 800 ol irratti to'annoo gaggeeffameen dhaabbileen kuma 127 ol seeraan ala ta'uu Biiroon Daldalaa Oromiyaa…