Tola ooltummaa Gannaa baranaan dargaggoonni miiliyoonni 20 akka hirmaatan ibsame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Sadarkaa biyyaalessaatti dargaggoota miiliyoona 20 tola ooltummaa Gannaaf hirmaachisuuf qophiin xumuramuu Ministeerrii Dhimmaa Dubartootaa fi Hawaasummaa…