Oduu biyya keessaa Chaansilarri Jarman Olaaf Shooliz Finfinnee galan Sifen Megersa May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Chaansilarri Jarman Olaaf Shooliz daawwannaa hojii guyyoota lamaaf biyyoota Afrikaatti taasiisaniif Finfinnee galaniiru. Ministir Deetaan Ministeera…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Koree Diinagdee Gooroo waliin Mari’atan Debela Tadesse May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad koree dinagdee gooroo waliin mari’atan. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka…
Oduu biyya keessaa Qonna keenya ammayyeessuuf Hojii jalqabne cimsinee itti fufneerra – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Qonna keenya ammayyeessuuf hojii jalqabne cimsinee itti fufneerra jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Guyyaa…
Oduu biyya keessaa Shaashamanneetti waldaaleef tiraaktaroonni 589 dabarfaman Debela Tadesse May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)- Godina Arsii Lixaa Magaalaa Shaashamanneetti qonnaan bultootaa fi waldaalee IMX’n gurmaa’aniif tiraaktaroonni 589 dabarfamaniiru. Sirna walharkaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaa keessatti walitti buhiinsa maqsuun tasgabbii waaressuuf mariin Taanzaaniyaatti gaggeeffamaa… Sifen Megersa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Mariin nageenyaa Oromiyaa keessatti walitti buhiinsa maqsuun tasgabbii waaressuuf Taanzaaniyaatti gaggeeffamaa ture Boqonnaan jalqabaa xumurameera.…
Oduu biyya keessaa Yeroo gabaabaa keessatti hojii Afrikaanotaaf fakkeenya ta’u hojjachuun keenya baay’ee nu… Sifen Megersa May 2, 2023 0 Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC) – Yeroo gabaabaa keessatti hojii Afrikaanotaaf fakkeenya ta'u hojjachuun keenya baay'ee nu boonsa jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Qaamolee gurmaa’uun karaa seeraan alaa mootummaa kuffisuuf hojjetanirratti tarkaanfiin… Ayana Dheressa May 2, 2023 0 Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC) – Qaamolee gurmaa'uun karaa seeraan alaa mootummaa kuffisuuf hojjetanirratti tarkaanfiin fudhatamu cimee itti fufuu Humni Waloo Nageenyaafi Tasgabbii…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Riizoortii Halaalaa Keellaa Eebbisiisan Debela Tadesse May 1, 2023 0 Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Riizoortiin Halaalaa keellaa eebbisiisan. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Pirojektii 'Maaddii Biyyaaf' eegalchiisan…
Oduu biyya keessaa Qamadii Alatti erguutti kan ceeneef sirnaan karoorsinee cimnee waan hojjanneefi-Pir. Shimallis… Debela Tadesse May 1, 2023 0 Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)- Qamadii Alaa galchuurraa Alatti erguutti kan ceeneef, qabeenya qabnurratti sirnaan karoorsinee cimnee waan hojjanneefi jedhan Pireezidaantiin Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaatti buddeena kuma 288 kan oomishu Giddugalli Buddeenaa Lammii eebbifame Debela Tadesse May 1, 2023 0 Finfinnee, Eebla 23, 2015 (FBC)- Guyyaatti buddeena kuma 288 kan tolchu Giddugalli Buddeenaa Lammii eebbifameera. Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen kantiibota…