Hojiilee deebisaanii ijaaruu cimsuun biyya Sabdannessumaan foyyoofte ijaaruuf mootummaan murannoon…
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) - Mootummaa fi Paartiin Badhaadhinaa Naannoo Tigraay, Amaaraa fi Afaaritti hojiilee deebisaanii ijaaruu cimsuun biyyaa Sabdannessumaan foyyooftee ijaaruuf…