Inisheetivii Misooma Dammaarratti jalqabameen milkaa’inni Abdii Diinagdee ta’an argamaniiru…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Inisheetivii Misooma Dammaarratti jalqabameen milkaa'inni gurguddoon Abdii Diinagdee ta’an argamuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…