Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii ‘Addis Wag’ gaggeeffame Sifen Megersa Apr 11, 2023 0 Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC) – Mata duree "Dhaloota Ida'amuu horachuu" jedhuun waltajjiin marii 'Addis Wag' gaggeeffameera. Waltajjichi Paarkii Michummaatti gaggeeffameera…
Oduu biyya keessaa Qoodaa fudhattoonni siyaasaa biyyaattii sochii seeraan alaa fi qajeelfamaa hinqabnerraa of qusachuu… Debela Tadesse Apr 10, 2023 0 Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC)- Qooda fudhattoonni siyaasaa biyyaattii sochii seeraan alaa fi qajeelfama hinqabnerraa of qusachuu qabu jechuun Paartiin Badhaadhinaa ibse. Paartichi haala…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirotaa dhimmoota garaagaraatti mari’achuun murtoo dabarse Debela Tadesse Apr 10, 2023 0 Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 19ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garaagaraatti mari’achuun murtoo garaagaraa dabarseera. Manni marichaa wixinee…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Pirojektii “Maaddiin Dhalootaaf” deeggarsa taasisuu ammallee itti fufaniiru Debela Tadesse Apr 10, 2023 0 Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC)- Dhaabbileen garaagaraa Pirojektii “Maaddiin Dhalootaaf” deeggarsa taasisuu ammallee itti fufaniiru. Waajjirri Muummee Ministiraa dhaabbileen garaagaraa…
Oduu biyya keessaa Furmaata yeroorraa faayidaan waaraa hin argamu – MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Apr 9, 2023 0 Finfinnee, Eebla1, 2015 (FBC) –Raayyaa Ittisaa bakka hedduutti gurmaa'e caalaa Raayyaan giddu gala tokko jalatti sirnaan gurmaa'e caalmaatti cimaa ta'uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan gootota ijoollee isheen bilisummaan jabaattee itti fufti-MM Abiy Ahimad Debela Tadesse Apr 8, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan gootota ijoollee isheen bilisummaadhaan jabaattee itti fufti jedhan Muummeen Ministiraa fi Ajaajaan Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii sosochii Buusaa Gonofaa Oromiyaa Caasaa Federaalaa gaggeeffame Debela Tadesse Apr 8, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Waltajiin marii sosochii Buusaa Gonofaa Oromiyaa caasaa Federaalaa gaggeeffameera. Waltajjicharratti Ministiroonni, Qondaaltonni Olaanoo fi kanneen…
Oduu biyya keessaa Humna Addaa naannoolee deebisne gurmeessina malee ni diigna hinjenne-Jeneraal Ababaawu Taaddasaa Debela Tadesse Apr 8, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Humna Addaa Naannolee hojiin deebisanii gurmeessuu ammaa kan eegalee miti jedhan Ittaanaan Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Biyyaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen “Maaddii Dhalootaaf” deeggarsa taasisuu itti fufaniiru Debela Tadesse Apr 8, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)-Dhaabbilee fi qaamoleen garaagaraa Pirojektii “Maaddii Dhalootaaf” deeggarsaa taasisuu itti fufuu Waajjiri Muummee Ministiraa beekiseera. Waajjirichi…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Qondaaltota Raayyaa Ittisa Biyyaa eebbisiisaa jiru Debela Tadesse Apr 8, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa fi Ajajaan Waliigalaa Raayyaa Ittisaa FDRI Abiy Ahimad Mana Barnootaa Leenjii Kontenjantii Nageenyaa Kabachiisaa Huursootti…