Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa hojiilee misoomaa Godina Jimmaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015 (FBC) –Jilli Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu hojiilee misooma qonna Godina Jimmaa daawwateera.
Inisheetiiviin…