Diinagdeen Ityoophiyaa bara kana % 7.5 ni guddataan eegama – Ministeera Pilaanii fi Misoomaa
Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC) – Diinagdeen Ityoophiyaa bara kana % 7.5 kan guddatu ta’uu raawwiin hojii Diinagdee Gooroo baatiwwan jahan darbanii mul’ise.
Gamaaggamni raawwii hojii…