Oduu biyya keessaa Manni maree Ministirootaa murtoowwan garaagaraa dabarse Debela Tadesse Jan 14, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 16ffaa har'a gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarseera. Manni marichaa dhimmoota garaagaraarratti…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeen xalaayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 7 fuudhan Ayana Dheressa Jan 13, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2015(FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ambaasaaddaroota biyyoota 7 harkaa xalaayaa muudamaa fuudhan. Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeen xalayaa muudamaa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad koree qindeessituu marii hayyootaa waliin mari’atan Debela Tadesse Jan 13, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Koree qindeessituu marii hayyootaa waliin mari’ataniiru. Gahee hayyoonni misooma Ityoophiyaa keessatti qaban…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Ministiroota Alaa Faransaayii fi Jarman waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 12, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa fi Awurooppaa Faransaay Kaatiriin Koloniinaa fi Ministira Dhimma Alaa Federaalaa Jarman Anaaleenaa…
Oduu biyya keessaa Dubartoota saayinsii fi teeknooloojiin gahoomsuu qabna- Pireezidaanti Shimallis Sifen Megersa Jan 12, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Dubartoota utubaa hawaasaa ta’an barnootaan cimsuun saayinsii fi teeknooloojiin gahoomsuu qabna jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Kaabineen magaalichaa kaarkulama Af daneessaa ilaalchisee murtoo dabarse Sifen Megersa Jan 12, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) - Kaabineen magaalaa Finfinnee walga'ii idilee 8ffaa waggaa 2ffaa gaggeesseen kaarkulama Af daneessaa ilaalchisee murtoo dabarseera. Haaluma kanaan, 1.…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisa Biyyaa fi ABUT walharkaa fuudhiinsa meeshaalee waraanaa guguddaa gaggeessuu eegalan Debela Tadesse Jan 11, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2015(FBC)- Bu’uura waliigaltee Afrika Kibbaa fi Keeniyaatti taasifameen Raayyaan Ittisa biyyaa fi ABUT walharkaa fuudhiinsa meeshaalee waraanaa guguddaa gaggeessuu…
Oduu biyya keessaa Koreen Qindeessa Farra- Malaammaltummaa Biyyaalessaa hojiilee hanga ammaatti hojjete gamaaggame Ayana Dheressa Jan 11, 2023 0 Amajjii 3, 2015(FBC)- Koreen Qindeessa Farra- Malaammaltummaa Biyyaalessaa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad argamanitti hojiilee hanga ammaatti hojjete gamaaggameera. Eeruuwwan…
Oduu biyya keessaa Harki eebbifame mul’ata ifaa fi gochaa qabatamaa ta’een diinagdee ceesisa – Pireezidaanti Shimallis Sifen Megersa Jan 10, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Harki eebbifame mul’ata ifaa fi gochaa qabatamaa ta’een diinagdee ceesisa jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Dhaloota…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Ministira Alaa Chaayinaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 10, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ministira Ministeera Dhimmaa Alaa Chaayinaa Chiin Gaang waliin mari’atniiru. Muummeen Ministiraa Abiy Ahmad…