Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad magaalaa Saawulaa galan Ayana Dheressa Nov 2, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daawwannaa hojiif godina Goofaa magaalaa Saawulaa galan. Jilli Muummee Ministiraa Abiy Ahimadiin durfamuufi…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad magaalaa Aarbaa Minchi galan Sifen Megersa Nov 1, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daawwannaa hojiif magaalaa Aarbaa Minchi galaniiru. Jilli isaaniin durfamu kun turtii isaan hojiilee misoomaa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad maatii hoggantoota biyyoota Afrikaa duraanii tokkummaa Afrikaa fi pan-Afrikaanizimiif… Sifen Megersa Nov 1, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad maatii hoggantoota biyyoota Afrikaa duraanii tokkummaa Afrikaa fi pan-Afrikaanizimiif gumaachan 17…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee Afrikaa furuuf dandeettii dargaggootaa fayyadamuu barbaachisa- Obbo Adam Faarahi Ayana Dheressa Oct 31, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015(FBC)- Rakkoolee Afrikaa furuuf dandeettii dargaggootaa haalaan fayyadamuu barbaachisa jedhan Ittaanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faarahi.…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu magaalaa Adaamaatti Paarkii gadaa daawwate Sifen Megersa Oct 31, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015 (FBC) – Jilli pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Adaamaatti Paarkii Gadaa Daawwate. Paarkiin Gadaa…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa Ummata Tigraay waanjoo garbummaa ABUT jalaa bilisa baasuuf wareegama kaffalaa jira… Sifen Megersa Oct 30, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2015 (FBC) – Raayyaan Ittisaa Ummata Tigraay waanjoo garbummaa garee Shororkeessaa ABUT jalaa bilisa baasuuf wareegama kaffalaa jiraachuu Tajajilli…
Oduu biyya keessaa Mootummaan hojii egeree biyya ceesisuuf xiyyeeffannaa kenneera – MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Oct 30, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2015 (FBC) – Mootummaan dhalootaaf hojjechuun hojii biyya ceesisuurratti xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad godina Shawaa Bahaatti qonnaan bultoota qamadii jallisii bonee facaasaa jiran… Ayana Dheressa Oct 29, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad godina Shawaa Bahaa aanaa Luumeetti qonnaan bultoota qamadii jallisii bonee facaasaa jiran daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad godina Shawaa Bahaatti oomisha qamadii kilaastaraa daawwatan Ayana Dheressa Oct 29, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad godina Shawaa Bahaa aanaalee Dudgaafi Booraatti oomisha qamadii kilaastaraan misoomee walitti qabamaa jiru…
Oduu biyya keessaa Qaamoleen ittigaafatama hinqabne ajandaa siyaasaa hamaaf jecha himannaa bu’uura hinqabne uumaa jiran… Debela Tadesse Oct 28, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa18, 2015 (FBC)- Qaamoleen ittigaafatama hinqabne ajandaa siyaasaa hamaaf jecha himannaa bu’uura hinqabne uumaa jiran Ityoophiyaan ni balaaleffatti jechuun Tajaajilli…