Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad aanaa Heexoossatti Qamaadii Qonnaan Gannaan misoome daawwatan Sifen Megersa Oct 13, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessaa 3, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Godina Arsii aanaa Heexosaatti Qamadii Qonnaan Gannaan misoome daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti adeemsi baruu fi barsiisuu bara barnootaa 2014 eegalame Sifen Megersa Oct 13, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2014 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti adeemsi baruu fi barsiisuu bara barnootaa 2014 eegalameera. Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoon…
Oduu biyya keessaa Boordiin Filannoo Biyyoolessaa bu’aa filannoo naannolee Hararii, Somaalee fi Kibbaa ifoomse Obse Wakgari Oct 12, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC)-Boordiin Filannoo Biyyoolessaa naannoolee Hararii, Somaalee fi Kibbaatti filannoo gaggeeffamee hordofee ibsa laateera. Ibsichaan waliigala buufatalee…
Oduu biyya keessaa Mootiin Oomaan MM Abiy Ahimadiif ergaa baga gammadanii dabarsan Obse Wakgari Oct 12, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC)- Mootiin Oomaan Heeytihaam Biin Xaariiq Muummee Ministira Abiy Ahimadiif ergaa baga gammadanii dabarsaniiru. Muummeen Ministira Abiy Ahimad baatii…
Oduu biyya keessaa Dhimmoota hariiroo uummataa cimsan irratti xiyyeeffannaan kennamee ni hojjetama-Mana Maree… Obse Wakgari Oct 12, 2021 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2014 (FBC)- Dhimmoota hariiroo uummataa cimsan irratti xiyyeeffannaa kennee kan hojjetu ta’uu Manni Maree Federeeshinii ibseera. Af Yaa’iin mana marichaa obbo…
Oduu biyya keessaa Dhaabbata qaamoleen icciti garee ABUT’tiin saaxilaan hundi wareegaman Obse Wakgari Oct 12, 2021 0 Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2014 (FBC)- Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomani Ityoophiyaarratti dhiibbaa hin mallee uumuuf waltajjii mana maree nageenyaa irra deeddeebiin gaggeesseera.…
Oduu biyya keessaa Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaa Obbo Damaqaa Mokonniniif ergaa baga gammadanii dabarsan Obse Wakgari Oct 11, 2021 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee Lavroov Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa FDRI Obbo Damaqaa…
Oduu biyya keessaa Lammii Guddaa kanaaf tajaajila guddaatu mala- MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Oct 11, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 1, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Ministirootaa fi Ministir Deetaawwan mootummaa haaraatiin muudamanii gara hojiitti galaniif hawwii gaarii qaban…
Oduu biyya keessaa Guyyaa Alaabaa wayita kabajnu humni farreen Iyoophiyaa yerootti qaana’aan ta’uu yaada keessaa… Obse Wakgari Oct 11, 2021 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2014 (FBC)- Guyyaa Alaabaa wayita kabajnu humni farreen Iyoophiyaa yerootti qaana’aan ta’uu yaada keessaa galchuun ta’uu akka qabu Itti Aanaa Muummee Ministeeraa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan kabaja Alaabaa yeroo 14ffaaf Sadarkaa biyyaalessaatti sirnoota garagaraatin kabajame Obse Wakgari Oct 11, 2021 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2014 (FBC)- Guyyaan kabaja Alaabaa yeroo 14ffaaf Sadarkaa biyyaalessaatti sirnoota garagaraatin kabajameera. Guyyaan kun Mooraa Mana Maree Bakka Bu'oota…