Dhaabbiileen Misooma Naannoo Oromiyaa humna si’eessituu misooma naannoo keenyaati- Obbo…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Dhaabbiileen Misooma Naannoo Oromiyaa humna si'eessituu misooma naannichaa ta’uu Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa…