Oduu biyya keessaa Gatii boba’aarratti daballiin taasiifame Sifen Megersa May 7, 2022 0 Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Baatiwwan arfan darban gatiin gurgurtaa boba'aa sadarkaa addunyaatti daraan dabaluu hordofee gatiin gurgurtaa qinxaaboo dabaluu ibsameera. Haaluma…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Adda Waraanaa Lixaatti miseensota Raayyaa Ittisaa daawwatan Ayana Dheressa May 7, 2022 0 Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Adda Waraanaa Lixaatti miseensota Raayyaa Ittisaa Biyyaa daawwataniiru. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Raayyaan…
Oduu biyya keessaa Qonna gannaaf Xaa’oo buufata Jiibuutii ga’e kuntaala miiliyoona 7.2 keessaa % 75 gara… Sifen Megersa May 6, 2022 0 Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Qonna gannaa bara 2014/15f Xaa'oo biyyoo buufata Jiibuutii ga'e kuntaala miiliyoona 7.2 keessaa % 75 gara kuusaa giddugalaa galuu ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa marii siyaasaa waggaa gaggeessan Obse Wakgari May 6, 2022 0 Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa marii siyaasaa waggaa magaalaa Finfinneetti gaggeessaniiru. Waltajjicha Itti aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri…
Oduu biyya keessaa Mana Kitaabaa Abrihootiif sagantaan kitaabilee walitti qabu baatii 1’f turu eegale Obse Wakgari May 6, 2022 0 Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Mana Kitaabaa Abrihootiif sagantaan kitaabilee walitti qabu baatii tokkoof turu eegaleera. Sagantichi mata duree ‘kitaabilee miiliyoona dhaloota…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan tasgabbiisheetiif tarkaanfiiwwan fudhataa jirtu jajjabeessaa ta’uu Deenmaark beeksifte Obse Wakgari May 6, 2022 0 Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) –Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Ministira Ministeera Tumsa Misooma Deenmaark Falimiing Moolaar Moorteensaan waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan waraana hunda injifannoon xumurteetti- TKM Ayana Dheressa May 5, 2022 0 Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Diinonni Ityoophiyaa qabeenya yookaan dhimma isheerratti waraana isheerratti bananus waraanota hunda injifannoon xumuruu Tajaajilli Koominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Gootonni keenya akka nutti argisiisan icitiin injifannoo gootummaa fi akka biyyaatti waliin… Ayana Dheressa May 5, 2022 0 Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Gootonni keenya akka nutti argisiisan icitiin injifannoo gootummaa fi akka biyyaatti waliin dhaabachuudha jedhan Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonnin guyyaa goototaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarsan Ayana Dheressa May 5, 2022 0 Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin guyyaa goototaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Gootoota jechuun haqaa fi amanamummaan biyyaaf gatii kaffaluudha- MM Abiy Ahimad Sifen Megersa May 5, 2022 0 Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Gootoota jechuun haqaa fi amanamummaan dhimma biyyaaf gatii kaffaluudha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Muummeen Ministiraa FDRI Abiy…