Manni Maree Nageenyaa Biyyaalessaa dhimmoota yeroo fi nageenyaa irratti mari’achuun ibsa baase
Finfinnee, Eebila 14, 2014 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Biyyaalessaa dhimmoota yeroo fi nageenyaa irratti mari’achuun ibsa baaseera.
Ityoophiyaan rakkoolee ishee mudatan injifannoon…