Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Beeljiyeem Biraasiilsi galan Sifen Megersa Feb 16, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Yaa’ii Gamtaa Afrikaa fi Awurooppaarratti hirmaachuuf Beeljiyeem Biraasiilsi galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Keeniyaan humnoota badii naannoo daangaa biyyoota lamaanii socho’an waloon ittisuuf… Sifen Megersa Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Keeniyaan humnoota badii naannoo daangaa socho’an waloon ittisuuf kan hojjetan ta’uu hoggantoonni olaanoon damee…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa labsii yeroo ariifachiisaa kaase Sifen Megersa Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) –Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga'ii ariifachiisaa har’a gaggeesseen labsii yeroo ariifachiisaa kaaseera. Manni Maree Bakka Bu’oota…
Uncategorized Mootummaan Naannoo Kibbaa lammiilee naannoo Oromiyaa sababa hongeen miidhamaniif kan oolu Birri… Sifen Megersa Feb 14, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Ummattoota Kibbaa Horsiise Bultoota Naannoo Oromiyaa Godina Booranaa fi Gujii sababa hongeen miidhamaniif deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Irree gamtoomeen hojiin Ityoophiyaa magariisa Uwwisuu itti fufa- MM Abiy Ahmad Ayana Dheressa Feb 14, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Irree gamtoomeen hojiin Ityoophiyaa magariisa Uwwisuu itti fufa jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahmad. Kaayyoon sagantaa Ashaaraa Magariisaa…
Oduu biyya keessaa Baankiin Daldala Ityoophiyaa dorgommii idil addunyaaf of qopheessuu qaba -MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Feb 13, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 6, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Gamoo Baankii Daldala Ityoophiyaa eebbisiisaniiru. Sirna eebbaa kanarratti Ministiroonni, Hoggantoonni…
Oduu biyya keessaa Gamoon Waajjira Muummee Baankii Daldala Ityoophiyaa sirnoota gargaraatin eebbifame Obse Wakgari Feb 13, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 6, 2014 (FBC) - Gamoon Waajjira Muummee Baankii Daldala Ityoophiyaa handhuura Finfinneetti ijaarame, abbaan darbii 53 sirnoota garagaraatin eebbifameera. Sirna…
Oduu biyya keessaa Misoomni bunaa fi qamadiin jallisii kilaasteraan Godinaa Jimmaattti misoomaa jiru bu’aa gaarii… Sifen Megersa Feb 12, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) – Misoomni bunaa fi qamadiin jallisii kilaasteraan Godina Jimmaa fi naannawaa magaalaa Jimmaatti misoomaa jiru bu'aa gaarii argamsiisuu Muummeen…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Godina Jimmaa aanaa Geeraatti daawwannaa hojii misooma taasiisaa jiru Sifen Megersa Feb 12, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) – Jilli Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu Godina Jimmaa aanaa Geeraatti Ooyruu qonnaan bulaa daawwachaa jiraachuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Shimalliis Abdiisaan magaalaa Asoosaa galaan Obse Wakgari Feb 11, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)-Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimalliis Abdiisaan naannoo Beenishaanguul Gumuuz magaalaa Asoosaa galaniiru. Preezdaantichi Buufata Xiyyaaraa…