Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad muudama garaagaraa laatan Ayana Dheressa Mar 16, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad muudama garaagaraa laataniiru. Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad obbo Tsaggaa Arraagee Ittaanaa Komishinara…
Idil Addunyaa Biriitaaniyaan dabalataan lammiilee Raashiyaa 370 irra qoqqoobbii keesse Sifen Megersa Mar 15, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Biriitaaniyaan dabalataan lammiilee Raashiyaa 370 irra qoqqoobbii kaa’uu beeksiifte. Biyyattii lammiilee Raashiyaa deeggartoota…
Oduu biyya keessaa Bu’aa seenaan hin daganne galmeessuuf qophiin biqiltuu qopheessuu taasiifamaa jira – MM FDRI Abiy… Sifen Megersa Mar 15, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Bu’aa seenaan hin daganne galmeessuuf qophiin biqiltuu qopheessuu taasiifamaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa Yaa’ii mata duree ‘qormaatarra gara Badhaadhinaatti’ jedhun gaggeesseen murtoo… Obse Wakgari Mar 15, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC)-Itti aanaan preezdaantii Paartii Badhaadhinaa obbo Dammaqaa Mokkonniin Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii mata duree ‘qormaatarra gara Badhaadhinaatti’ jedhun…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa tarkaanfii imaanaa ummataa itti laatame ba’uuf dandeessisu fudhachuu beeksiise Sifen Megersa Mar 15, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa Yaa’ii 1ffaa mata duree “Qormaatarraa gara Badhaadhinaatti” jedhuun gaggeessaa ture milkiin xumuruu Itti aanaan…
Oduu biyya keessaa Koreen giddu galeessaa haaraa filatame walga’ii jalqabaa gaggeessaa jira Sifen Megersa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Koreen giddu galeessaa Paartii Badhaadhinaa haaraa filatame walga’ii jalqabaa gaggeessaa jira jedhame. Korichi murtoowwanii fi kallattiiwwan…
Oduu biyya keessaa Gamoo miidhagaa ijaaruu qofa osoo hin taanee biyya miidhagaa ijaaruu qabna-MM Abiy Ahimad Obse Wakgari Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Sagantaa eebba gamoo Paartii Baadhaadhinaarratti haasaa kan taasisaan Preezdaantiin paartichaa MM Abiy Ahimad, gamoo miidhagaa ijaaruu qofa osoo hin…
Oduu biyya keessaa Maqaan Miseensota koree hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa ifoome Sifen Megersa Mar 13, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa yaa'ii jalqabaa gaggeesseen maqaa miseensota koree hojii raawwachiiftuu ta'uun filatamanii ifoomseera. Haaluma kanaan:- 1.…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii jalqabaa gaggeessaa ture ibsa ejjennoo abbaa qabxii 6 baafachuun… Sifen Megersa Mar 13, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa yaa'ii jalqabaa mata duree 'qormaatarraa gara guddinaatti' jedhuun gaggeessaa ture ibsa ejjennoo abbaa qabxii 6 baafachuun xumuruu…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin jalqabaa Paartii Badhaadhinaa koree giddu galeessaa fi hojii raawwachiiftuu filate Sifen Megersa Mar 13, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Yaa'iin jalqabaa Paartii Badhaadhinaa koree giddu galeessaa miseensota 225 qabuu fi koree hojii raawwachiiftuu miseensota 45 filachuu ibsameera.…