MM Abiy Ahimad barreessaa olaanaa DhMG Antooniyoo Gutareez waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutareez waliin bilbilaan mari’ataniiru.…