Oduu biyya keessaa Baajanni dabalataa Birriin biiliyoonni 122 qopha’e Obse Wakgari Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Baajanni dabalataa Birriin biiliyoonni dhibbi 1 fi biiliyoonni 22 qopha’uu Ministeerri Maallaqaa Beeksiseera. Ministeerri Maallaqaa baajata dabalataa…
Oduu biyya keessaa Komishinaroonni Komishinii marii biyyoolessaa uummataan filatamu Obse Wakgari Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Komishinaroonni Komishinii marii biyyoolessaa uummataan akka filatamanii fi muudamni isaanii Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataan kan ragga’uu ta’uu Koreen…
Oduu biyya keessaa Mariin Tokkummaa adeemsa duula birmadummaa keessatti argame Badhaadhina hundagaleessa Ityoophiyaaf… Obse Wakgari Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Hoggantoonni hojii mootummaa Federaalaa olaanoon haala waqtaawaa biyyarratti guyyaa mari’ata jiru. Mootummaan dirqamaan kan itti seenee waraanaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee gaggeesseen murtoo adda addaa dabarse Sifen Megersa Dec 29, 2021 0 Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 3ffaa har’a gaggeesseen murtoo adda addaa dabarseera. 1.Gaaffii Baasii dabalataa haala yeroon…
Oduu biyya keessaa Sirni simannaa diyaaspooraa gaggeeffame Ayana Dheressa Dec 29, 2021 0 Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC)- Ityoophiyaanota, dhalattoota Ityoophiyaa fi michuuwwan ishee gara biyyaa dhufaniif sirni simannaa Addabaabaayii Michummaatti gaggeeffameera. Sirna…
Oduu biyya keessaa Hawaasni diyaaspooraa waggoottan darbanitti giddu seentuummaa hin malle mormaa turaniiru- Obbo… Ayana Dheressa Dec 29, 2021 0 Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC)- Hawaasni diyaaspooraa waggoottan darbanitti giddu seentuummaa biyyoota lixaa hin malle mormaa turaniiru jedhan Ittaanaan Muummee Ministiraa fI Ministirri…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa wixinee labsii komishiinii waliigaltee marii biyyaaleessaa hundeessuuf ba’e… Sifen Megersa Dec 29, 2021 0 Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee labsii komishiinii Waliigaltee Marii Biyyaaleessaa hundeessuuf ba’e sagalee caalmaan raggaasiise. Wixineen…
Oduu biyya keessaa Walitti bu’iinsi kutaa Kaabaa Ityoophiyaa akka dhaabbatuuf Ameerikaan ABUT deeggaruu keessaa ba’uu… Obse Wakgari Dec 28, 2021 0 Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Walitti bu’iinsi kutaa Kaabaa Ityoophiyaa akka dhaabbatuuf Ameerikaan ABUT deeggaruu keessaa ba’uu qabdi jechuun Broonwaayiin Biruutaanii fi Proofeesaar Aan…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa taarifa fee’insa deeggarsaa % 20’n hir’ise Obse Wakgari Dec 28, 2021 0 Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa taarifa fee’insa deeggarsaa %20'n hir’isuu beeksiseera. Giruuppiin daandii qilleensicha ga’umsoota balallii taasisuu gara…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen biyyoota lixaa tokko tokko waa’ee Ityoophiyaa gabaasa madaalawaa hin taanee gabaasu-… Ayana Dheressa Dec 28, 2021 0 Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Miidiyaaleen biyyoota lixaa tokko tokko waa’ee Ityoophiyaa gabaasa madaalawaa hin taanee gabaasu jette gaazexeessituun xaaliyaanii Fraancheeskaa Roochiin.…