Oduu biyya keessaa Magaalaan Saqoxaa harka garee shororkeessaa jalaa bilisoomte Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Magaalaan Saqoxaa harka garee shororkeessaa jalaa bilisoomuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibseera. Humni waloo nageenyaa injifannoo…
Oduu biyya keessaa Maree biyyaalessaa eegalchiisuuf mootummaan qophii garaagaraa taasiisaa jira – TKM Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Maree biyyaalessaa eegalchiisuuf mootummaan qophii garaagaraa taasiisaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise. Mootummaan Marii…
Oduu biyya keessaa Saganta tajaajila lammummaatin manneen barnoota Bu’uura Boruu ijaaruuf cimne hojjechaa… Obse Wakgari Dec 21, 2021 0 Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Prezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa saganta tajaajila lammummaatin manneen barnoota oolmaa daa’immaanii Bu’uura Boruu ijaaruuf…
Oduu biyya keessaa Murtoon Mana Maree Mirgoota Namoomaa DhMG Ityoophiyaatti hojiirra hin ooluu-Ambaasaaddar Reedwaan Obse Wakgari Dec 21, 2021 0 Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Ministirri deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen ambaasaaddarootaa fi dippiloomaatoota Awurooppaa, Ameerikaa, Isiiyaa fi biyyoota…
Oduu biyya keessaa Wareegamni Ajajni Kaaba Lixaa Adda Gaashanaatti raawwate bara baraan ni yaadatama-Jeneraal Birhaanuu… Obse Wakgari Dec 21, 2021 0 Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Wareegamni Ajajni Kaaba lixaa Adda Gaashanaatti raawwate bara baraan ni yaadatama jechuun Etaamaajoor Shuumiin Raayyaa Ittisa Biyyaa Ityoophiyaa Jeneraal…
Oduu biyya keessaa Saamichii fi miidhaan ABUT dhaabbileerratti raawwate karoora biyya dadhabsiisuuti – Obbo Dammaqaa… Sifen Megersa Dec 21, 2021 0 Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) – Saamichii fi miidhaan gareen shororkeessaa ABUT dhaabbileerratti raawwate, badii salphaa osoon taane karoora biyya diiguu ta’uu Itti aanaan Muummee…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee ilma Ajaja Dhibbaa Geetaachoo Morodaa fi guddiftoota isaaf mana… Obse Wakgari Dec 21, 2021 0 Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee ilma goota birmadduummaa biyyaa kabachiisuu aarsaa kan ta'ee Ajaja Dhibbaa Geetaachoo Morodaa fi guddiftoota isaaf mana…
Oduu biyya keessaa Dhiibbaa diinagdee sababa weerara garee shororkeessaa ABUTtiin qaqqabuu danda’u dandamachuuf damee… Sifen Megersa Dec 20, 2021 0 Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) – Dhiibbaa diinagdee sababa weerara garee shororkeessaa ABUTtiin qaqqabuu danda’u dandamachuuf damee qonnaarratti xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Preezdaant Erdoogaan waltajjii fayyadamummaa hariiroo Turkii fi biyyoota Afrikaa mirkaneessu… Obse Wakgari Dec 18, 2021 0 Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira Abiy Ahimad Preezdaantiin Turkii Rajiib Xaayib Erdoogaan waltajjii fayyadamummaa hariiroo Turkii fi biyyoota Afrikaa mirkaneessuu fi tumsu…
Oduu biyya keessaa Waldiyaa dabalatee magaaloonni biroon guutuuma guutuutti garee shororkeessaa ABUT irraa bilisa… Obse Wakgari Dec 18, 2021 0 Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Godina Walloo Kaabaatti magaalaa Waldiyaa dabalatee magaaloonni Saanqaan, Siriinqaan, , Haaraan, Gobbiyyee, Roobiitii fi Qobboon guutuumaa guutuutti garee…