Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad EBCtti daawwannaa tasaa gaggeessan Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad EBCtti daawwannaa tasaa gaggeessaniiru. EBCn adeemsa ijaarsa biyyaa keessatti qooda isaa akka…
Oduu biyya keessaa Hawaasni lootee seentoota garee shororkeessaa ABUT saaxiluun naannoo isaa dammaqinaan eeggachuu… Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT magaalaa Daseetti badii hedduu raawwachuuf karoorfatee socho’aa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Amanamummaadhaan cimanii hojjechuun dhalootaaf yaaduu fi biyya olqabuuf ka’uu agarsiisa-MM… Obse Wakgari Oct 21, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad amanamummaadhaan cimanii hojjechuun dhalootaaf yaaduu fi biyya olqabuuf ka'uu agarsiisa jedhaniiru. MM Abiy…
Oduu biyya keessaa Diinni tooftaa waraanaa filateen kisaaraa guddaan irra gahaa jira-Ministeera Raayyaa Ittisa Obse Wakgari Oct 21, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Gareen Shororkeessaa ABUT tooftaa waraanaa filateen kisaaraa guddaan irra gahaa jiraachuu daayrektooreetiin hariiroo uummataa raayyaa ittisa biyyaa…
Oduu biyya keessaa Torban darbe dhugaa Ityoophiyaa hawaasa Idil Addunyaa hubachiisuuf hojiin hojjetameera- Ambaasaaddar… Ayana Dheressa Oct 21, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Torban darbe dhugaa Ityoophiyaa hawaasa Idil Addunyaa hubachiisuuf hojii hedduun hojjetamuu Dubbi Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa…
Oduu biyya keessaa Miseensonni garee shororkeessaa Shanee yakka shororkeessummaaf meeshaalee waraanaa dhoksaan… Sifen Megersa Oct 20, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC) –Miseensonni garee shororkeessaa Shanee yakka shororkeessummaaf meeshaalee waraanaa dhoksaan dabarsuuf yaalaa turan to'atamuu Komishiniin Poolisii…
Oduu biyya keessaa Raayyaan ittisa biyyaa haleellawwan qilleensarraa milkiin raawwachuu ibsame Obse Wakgari Oct 20, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC) – Raayyaan ittisa biyyaa haleellawwan qilleensarraa iddoolee fuulleffannoottti milkiin raawwachuu beeksiise. Raayyaan ittisa biyyaa haleellawwan…
Oduu biyya keessaa Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Mana Barumsaa Ifaa Roophii Sadarkaa 2ffaa eebbisiisan Sifen Megersa Oct 19, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 09, 2014 (FBC) - Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Mana Barumsaa Ifaa Roophii Sadarkaa 2ffaa Godina Arsii lixaa Aanaa Siraaroo Magaalaa Roophitti…
Oduu biyya keessaa Baratoonni Yunvarsiitiiwan Naannoo Tigraayii fi Waldiyaatti barachaa turan Yuunvarsiitii birootti… Sifen Megersa Oct 19, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2014 (FBC) Sababa rakkoo nageenyaa gareen Shororkeessaa ABUT uumeen baratoonni Yunvarsiitiiwan Naannoo Tigraayii fi Waldiyaatti barachaa turan…
Oduu biyya keessaa Uummanni Oromoo fi Somaalee obboleewwani- Preezdaant Shimallis Obse Wakgari Oct 18, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Uummanni Oromoo fi Somaalee obboleewwani jedhan Preezdaantiin bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisa. Uummanni…