Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach iddoolee balaa lolaan miidhaman daawwatan Sifen Megersa Aug 18, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee iddoolee balaan lolaa jiraattootaa fi qabeenyarra miidha qaqqabsiise daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti Rooba cimaa Cabbii makate roobeen lubbuu namaa fi qabeenyarra miidhaan… Sifen Megersa Aug 17, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti har'a waaree booda Rooba cimaa Cabbii makate roobeen lubbuu namaa fi qabeenyarra miidhaan ga'uu ibsame. Miidhaa lubbuu namaa fi…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Afrikaa Bahaatti ergamaa addaa Ameerikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 17, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimmaa Alaa obbo Dammaqaa Makoonni Afrikaa Bahaatti ergamaa addaa Ameerikaa Jeefarii Fiiltimaan…
Oduu biyya keessaa Iddooleen tarsiimoo waraanaa murteessoo ta’an garee ABUT harkaa baafaman jedhame Sifen Megersa Aug 17, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) - Iddooleen tarsiimoo waraanaa murteessoo ta’an gareen ABUT qocholaa raawwachuuf qabatee ture Poolisiin Federaalaa fi qaamleen nageenya biroo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad ogeeyyii aartii giddugalaa waraanaatti qophiiwwan dhiyeessan galateeffatan Obse Wakgari Aug 17, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ogeeyyii aartii giddugalaa waraanaatti qophiiwwan dhiyeessan galateeffataniiru. Ogeeyyii aartii qophiiwwan…
Oduu biyya keessaa Ummanni naannoo Oromiyaa biyyattii badirraa baraaruuf RIBtti makamuun hirmaannaan taasisaan seenaa… Obse Wakgari Aug 16, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2013(FBC)- Ummanni naannoo Oromiyaa qabeenya maallaqaa fi akaakuun gumaachuurra darbee hanga raayyaa ittisa biyyaatti makamuutti hirmaannaan taasise seenaa addaa ta’ee…
Oduu biyya keessaa ‘Aduun sobaa wayita lixxuu kiyyoon warreen shira xaxanii ni cita.’ Obse Wakgari Aug 15, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2013 (FBC)- Yeroo maraa osoo hin bar’in dura ni duukkana’aa. ce’umsa halkanii fi bari’uu keessaas ni darbama. Ibsa Ministira Muummee irraa laatame Akka…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonniin adda waraanaa Wallootti argamun raayyaa ittisa biyyaa naannichatti argamu… Obse Wakgari Aug 15, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin adda waraanaa Wallootti argamun raayyaa ittisa biyyaa…
Oduu biyya keessaa Humni badhaadhinaa fi guddina Ityoophiyaa gufachiisu hin jiraatuu jedhan – Aadde Adaanach… Obse Wakgari Aug 15, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2013 (FBC)- Humni badhaadhinaa fi guddina Ityoophiyaa gufachiisu hin jiraatuu jedhan itti aantuun kantiibaa bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen.…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli lafaa fi lafaan walqabatan yeroo hin murtoofneef akka dhorkamu murtoon darbe Sifen Megersa Aug 14, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Kaabineen Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Tajaajilli lafaa fi lafaan walqabatan yeroo hin murtoofneef akka dhorkamu murtoo dabarse. Kaabineen bulchiinsa…